Job 24:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gariti jira ka ifsa didu; worri ifsa inhubatu yokhaani gara inni deemu gula indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoonni ifa jibban hin jiran; ifti maal akka ta'e waan hin beenneef karaa ifaa hin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri ifa jibbu, worri karaa ifaa hin beenne, yookiin daandii ifaa irralle hin turre jiran.