Job 24:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ifsa guyya sodaate, dukana halkani jaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifni ganamaa isaan maraafuu akka gaaddisa du'aati; naasuu gaaddisa du'aa waan beekaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dukkanaan bararassiisi waan isaan gammachiittuuf, dukkanti dimmi isaaniif ganama.