Job 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ati waan jettu, Nama ch'ubbicha bisaaniti fach'ae fud'ata, lafa isaale ya Waaqi abaare; inni deebie oobru isa ta zabibu keesa inhojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan akka hoomacha bisaan irraa ka mudhatee baduu hennama diqqoo mudhatan; lafti isaanii ka abaarame ta'a; gara dhaaba woyinii isaanii eennullee hin dhaqu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri hamaan akka hoomacha bisaan irraa, yennaa diqqoo qofaaf mudhatan. Qoodi lafa isaanii ta abaarante waan teeteef, namuu gara fichaa woynii isaanii hin dhaqu.