Job 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma wonti qabanooftuuni hojja aduuni owite bat'u akasuma ch'ubbichi due lafa iraa bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma oo'i baradaa bassee hule'ee balleessu cubbamtoonnillee du'anii worra du'etti eda'aman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
O'ii fi caami dhakaa bokkeyaa ka baqe akkuma balleessu qileen awwaala jalaalle cubbaaleyyii akkasuma gooti.