Job 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami aka lafa ufi ballifatu d'akha seera guura; ree biyyaa hatani ta ufiiti naqatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoonni hammeeyyiin daangaa diigan; hoolota saama'aa bobbaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan beessisa meessa'aa balleessa; isaan hoolee hatane bobbaafatan.