Job 24:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haati isaaleeni deebite isa inqaabatu; raamooni isa nyaate, inni akuma mukhaa qaarie bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadaamessi isaan baadhate isaan hin irraanfata; raammoon foon isaan dhota; hammeeyyiin lamuu hin qaabataman; akkuma munni caccabutti caccaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadhotiin isaanii isaan hin deeti; corroxxille isaan hin nyaatti; namuu isaan hin qaabatu; worri hamaan akka mukaa hin caccaba.