Job 24:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi yo fed'e, nagayaani isa teesise ammo hojja ch'ufa ilaani isaa qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Rabbi akka nagayaan jiraatan godhellee karaa isaan deeman maraa xiinxallee laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka isaan nageyaan le'anu lakkisulle, karaa isaan deemanu hubatee hin ilaala.