Job 24:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan kana mormu injira? Nami dubbi tiyya tanaani d'ara jed'u injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo akkanaa miti jedhame; ani akka sobaa ta'ee fi akka dubbiin ani dubbadhe sirrii hin taane ka mirkaneessu eennu?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yoo akkas hin te'in ani dharaamessa akka te'ee fi wonni ani dubbadhe sirrii akka hin te'in ka mirkaneessu eennu ree?» jedhe.