Job 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harrele ilmaani hiyyeeyi iraa fud'atani, sanga haad'a hiyyeesale qabdo fud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harree ijoollee abba'aa fi haadha hin qabnee saaman; sangaa dubartii abbaa worraa hin qabnee akka qabdi'iititti fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harree ijoollee haadhaa fi abbaa hin qannee oofatanee deeman; qotiyyoo haadha hiyyeessaa qaddi'iif fudhatan.