Job 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesa d'uga d'owani, nama woma inqamnele baqachisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyii jibbanii karaa irraa ari'an; isaan garuu isaan afo'oo dheessanii dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hiyyeeyyii karaa irraa hin ari'an; hiyyeeyyiin lafa irraa marti isaan duraa hin baqatan.