Job 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi daima abba inqamne tisse tolfate, ilmaani hiyyeesaa qabdo fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mucaa abbaa hin qabne garboonfachu'uuf harma afaanii butanii fudhatanii deemaniin. rakkataa harkaa qabdii fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan daa'ima abbaa hin qanne harma irraa butanee garboonfatan; daa'ima hiyyeessaa qaddii godhatan.