Job 26:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irreeni isaa baariini dabsate, qalbiini isaa goorjama Rahabu jed'ani gargari ch'irte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunna ufiitiin galaana cadhisiisa; ogummaa ufiitiin bineensa guddaa ra'aab jedhamu balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hunna ifiitiin abbaayaa hin sarmisiisa, qarummaa ifiitiin bineensa guddaa abbaayaa keessaa ka, ‹Rahaab› jedhamu hin kukkuta.