Job 26:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tunini jabeenna isaa haguma diqa toko nu garsiifti; wonti isaa ka nu ind'agiyiini, guddoti hafe! Eenuti dandae d'uguma jabeenna Waaqa haga beekha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu waan Rabbi hojjate keessaa hago'o; wontummaan dhageennullee hasaassima isaa calla'a. hunna gigissaa isaa eennutu hubatuu danda'a?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun duudiin waan Waaqi huju keessaa diqqo'o; nuuti hasaassaa isaa qofa dhageenna; mandiisuu hunna isaa eentu hubatuu dande'a ree?» jedhe.