Job 26:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mala keeti, waan nami dubbi tante tana ch'ufa d'agayu jiru seeta? Eenuti dubbi tana si dubbisise? (Bildadi)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dubbii kana dubbattu eentu si gargaare? Hafuura eennuutitu si dadammasse?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana akka dubbattu ka si qarqaare eennu? Ayyaana eennuutitti afaan keeti keessaa dubbate?