Job 27:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa guddati ingammada? Inni hojja ch'ufa Waaqa iyyaamata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa waa maraa danda'uun hin gammadaa? Rabbiin hennaa maraa hin waamataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqa waan mara dande'utti hin gammadanii ree? Yennaa mara Waaqa hin waammatanii ree?