Job 27:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jabeenna Waaqaa si barsiise, waan Waaqi guddaani malate si garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani hunni Rabbii hagam guddaa akka ta'e isin barsiisa; waan Waaqa waa maraa danda'u bira jiru hin dhossu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani marroo hunna Waaqaa isin barsiisa; karoora Waaqa waan mara dande'uulle ani isin hin dhossu.