Job 27:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ato ilmaani heddu d'alelle ch'ufti woraanani hobaati; ilmaani isaaleeni haga jirtu waan nyaatu inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaa yoo baay'atan lolatu fixa; fiixaan isaa midhaan dhabanii beelayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen isaa yoo heddattelle shallaaga'aan dhumatti; sanyiin isaalle sagalee quuttee nyaattu hin qabaattu.