Job 27:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isaa ka hafeleeni d'ukubaani hobaa. Nad'eeni worraaleeni d'iirsoole isiiti imbootu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kana irraa hafan dhukkubaan dhuman; haawwotiin hiyyeessaa tammaan isaaniituu isaanii hin booyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri baraareen hafe dhukkubaan dhumata; haadhotiin hiyyeessaa isaaniille isaaniif hin boottu.