Job 27:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami dadansaani d'ufe woya isaa suni naqate, nami ch'ubbu inqamneleeni qarsi isaa suni qoodata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu uffata namni hamaan wolitti qabe qajeela'atu uffata; birrii inni tuulatellee qulqullootatu qoodama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isaan tuulatane san ammoo, worra balcha'attuu uffata; worri yakkaa hin qannelle meetii hin qoqoodaman.