Job 27:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko inni ato hori qabu gach'iise, yo lafaa kau hori suni d'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan qabeenna tuulatee haga dhumaa rafa; yoo dammaqu garuu qabeenni isaa maruu badeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan dureessa te'ee hin rafa, ammoo itti hin deebi'anu; yennaa isaan dammaqanu, karri isaanii marti baddeerti.