Job 27:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bubbeeni ilaboruuti d'uftu isa olfuute mana isaa keesaa fuute isaani baddi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qilleensi baya biiftu'uu mana isaa keessaa, haxaayee isa baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qilleensi gara aduun baatuu isaan fuudhee deema; isaanille hin dhaggamanu; addee isaanii irraa haxowee isaan balleessa.