Job 27:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dandae d'uga inqabu ufiini injed'u. Garaani kiyya aka anini wollaala qabu inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhugaa tiyyaan jabaadha; bara jireenna kiyyaa maraa keessi kiyya kanaan na hin himatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balchummaa tiyyatti hin jabaadha'a; gad hin lakkisulle'e; bara le'ii tiyyaa wodanaan kiyya waan kanatti hin gaabbu.