Job 27:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqa imbeenne, yo Waaqi lubbu iraa baase, abdiini isaa maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi lubbuu isaanii baasu'uun umurii isaanii gabaabse; namoonni Rabbiin waakkatan abdii maal qaban?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Waaqi isaan balleessu yennaa inni lubbuu isaan keessaa baasu addiin worra Waaqa malee le'uu maan te'itti laati?