Job 28:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla galaani iraa bau qotani, waan d'ossani ch'ufa mullisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Burqaa bisaaii akka hin yaane ittisa; qabeenna lafa jalatti dhokatellee hin argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Madda lagaa hin kiphan; waan lafa keessatti dhokatelle ifatti hin baasan.