Job 28:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarooma dandaani nama keesati inargani? Nami waan qaroomi namaa bahu beekhu injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ogummaan lafa uumamni lubbuu qabu keessa jiraatu keessatti hin argamtu; Namni gatii isi'ii ka dhuga'aa beekullee hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan lafa nami le'u keessatti hin dhaggantu; namille gatii isi'ii hin beeku.