Job 29:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami duu jiruleeni na eebise, anileeni haad'a hiyyeesale gammachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra du'aaf qophaayan waan gargaareef na eebbisan; dubartoota abbaan worraa jalaa du'e waan gargaaruuf gammachu'uun faarfatan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri du'iisaaf dhikaate na eebbiseera; qarqaarsi ani godhe, gadhaa haadhotii hiyyeessaa gammachiiseera.