Job 29:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'uga aka woya uyifad'e, aka sure matati marad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellummaa akka uffataatitti, murtii sirrii ta'e akka woya'aatitti uffadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balchummaa akka woya'aa uffadhe; muraa dhuga'aalle akka geella'aa uffadhee, akka marata mata'aalle maradhe.