Job 29:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini irre nama nama dabsu balleese, nama inni dabsule baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boqoo cubbama'aa hin cabse; waan saamee fudhatellee afaan isaa keessaa buusisiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani a'oo nama hama'aa cassee, waan inni butatelle afaan isaa irraa buuseera.