Job 29:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan guyyaani kiyya d'eerate nagayaani worruma kiyya keesati duu sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«‹Umuriin kiyya akka shashare'ee baay'atee, uduma mana kiyya keessa jiru ulfinnaan du'a› jedhee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba ani, ‹Barri kiyya akka maansaa bacatee, manuma kiyya keessatti hin du'a.