Job 29:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka mukha hiddi isaa bisaani quufe jira, ka dameeni fit'eesoftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka muka bisaan soqaa hidda ufii diriirsuutii fi akka muka dameen isaa lalisuu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka muka hidda gara bisaanii yaafatee, halkan guutuulle fixeensi damee isaa irra jiruu ti.