Job 29:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila finni kiyya aka duri gaafa Waaqi na qorqoratu kaani jiraate, akami dansa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jireenni kiyya ka ammaa kun jireenna duraan akka Rabbi itti na eega'aa ture san uduu naa ta'ee hawwa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Le'iin tiyya ta ammaa ta akka yennaa Waaqi dur na eegee adoo teete ani attam fedhaayyu!