Job 29:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti hojja ch'ufa dansuma tiyya dubbate, guyyaani toko ka anini jabeenna d'abe injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa akkuma kabajjametti jiraadha; hunni kiyyallee guyya guyya'aan haarawooma ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni kiyya yennaa mara haareya te'ee hin jiraata; Hunni tiyyalle yennaa mara guubee haareya› jedhe.