Job 29:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo anini dubbi buufad'e, nami deebie dubbatu injiru. Dubbini tiyya akuma bokai lafa seenu qalbi namaa seente;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin kiyya waan isaan quubseef haga ani dubbadheen maayessa namni dubbatu hin jiru ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dubbadheen duuba, isaan deebi'anee hin dubbanne; dubbiin tiyya gurra isaaniititti coxxe.