Job 29:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami ch'ufti dubbi tiyya jaalate eege, akuma nami oobru bokaya ganna eegatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma qonnaan bulaan rooba badheessaa hawwu isaanillee dubbii kiyya dhagayu'uuf afaan bananii na eegan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka nama bokkeya eegatuu na eegatane; akka nama bokkeya furmaataa eegatuu afaan ifii bananee dubbii tiyya eegatan.