Job 29:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gudda worraa tahe, kara worri deemu fohad'e; akuma hayyuuni duula ufitini deemu, worraani deeme, hojja worri ufi jibbaate, garaa worraa jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkuma ufii fedhetti isaan bulcha'aa ture; akkuma mootii loltoota ufii masakkuutitti isaan masakka'aa ture; hennaa gaddanillee isaan jajjabeessa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani karaa isaaniif filee bulchaa isaaniif te'e. Akka mooticha loltoota ifii odduu le'uu, odduu isaanii le'e. Akka nama worra gadde jajjabeessuu, isaan jajjabeesse.