Job 29:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Waaqi na woliini jira, inni ato anini dukana keesa deemu ifsa naa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dukkana keessa deemu san, Rabbi ibsaa ufii naa ibsa'aa ifa keessa deema'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ifi isaa mataa kiyya irratti ife, dukkana keessa ani ifa isaatiin ideeme.