Job 29:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi gaafa anini jabeenna qabu, ka Waaqi jaala naa tahe worra kiyya eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hennaa qaama guutu'uun jiruu; akka hennaa Rabbi mana kiyya tissee san uduu ta'ee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa bara qananummaa tiyyaa yennaa eeddoon Waaqaa dunkaana tiyya irra jirtu,