Job 29:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini aanani quufe, qoda worra kiyya ch'ufa itituni guute; mukeeni tiyya ta ejersaleeni d'akhale ch'ufa gubbaati baati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lutti tiyya dhadha'aan dhiqamtu, hennaa ani qabeenna qabu ka aannaniin luka dhiqadhu, hennaa munni woyini'ii ka lafa dhaga'aa irratti biqile dhadhaa ejersaa ka akka lola'aa yaa'u naa kenna ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa ani aananiin miila kiyya dhiqadhe, yennaa rassaan zayitii ejersaa naaf madde,