Job 29:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo anini kora jaarolee dira d'aqe keesa tae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara karra qachatti'ii bayu, hennaa hulee itti gad bayan afoo teessoo kiyya kaayadhu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa ani gara seensuma karra qacha'aa dhaqe, yennaa ani addee wolgeyi'ii san tee'e,