Job 29:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami diqaani ch'ufti olkae na dura gora, jaaroleleeni na ulfeesite oli naa kaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'imman hennaa na argan kabajja'aaf na jalaa goran; manguddoonnillee kabajjaa maqaa kiyyaatiif hulee taa'anii na jalaa ka'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dargaggooti na dhagganee karaa irraa gorane; jaarsoleelle kaatee dhaabbatte.