Job 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan guyyaani suni d'aloota kiyya oolche, ila tiyya gaargala argu ind'owiiniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala gadaamessa haadha tiyyaa waan na irratti hin cufneef, rakkinna kiyyallee na afo'oo waan hin dhossineef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun rakkinna ila tiyya duraa dhossiisaaf, balbala gadaamessa haadha tiyyaa, waan hin cufiniif ka abaarame te'uu ti.