Job 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sila yayu aka hayyootafi jaarole duri ta mana hayyu ka amma bade ona tahe kana jaarte, rafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootota lafaa ka waan diiggamee mudhatu deebisanii ufiif ijaaratanii fi gorsitoota woliin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototaa fi gorsitoota lafaa worra addee ifiif ijaarratanee isaan duraa diigante woliin,