Job 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani daima garaati due, ka woma tokole quba inqamne, fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan maal uduu akka rimaya garaa keessatti du'ee; maal uduu akka daa'ima ifa hin arginee ta'ee jiraadhee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin ani maaf akka finna du'ee dhalatee awwaalamee, ka ijjumaa ifa hin dhagginii hin te'in?