Job 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi maafi nama karaani iti hid'ame lafti iti duufate jireenna kennaafi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama karaan jalaa dhokateef Nama Rabbi kaloo itti kalee maaf jireenni kennamaaf?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama karaan duraa dhoffameef, ka Waaqi karaa itti cufeef, ifi maaf kennamaaf?