Job 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guyya abaaru, ka gorjama kaasu, ha guyya suni abaaruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri guyyaa abaaran; worri Leewaataaniin kaasu'uuf qophaayanillee halkan san haa abaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri guyyaa abaaru, bineensa naacha fakkaatu ka, ‹Lewaataan› jedhamu kakkaasiisaaf qophowelle halkan san abaaruu ti.