Job 30:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla ch'ufaani nati baafate, nara bue na balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma lolaan kutee seenu, waan waa na irraa ittisu kutanii natti seenan; waan maraa caccabsa'aa natti dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka lola'aa dalleya kiyya uranee seenane; waan mara caccassaa natti dhufane.