Job 30:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Darbe, d'oqe keesa na buuse, anini awaarafi daara tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi darbee dhoqqee keessatti waan na gateef biyye'ee fi daaraa fakkaadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi dhoqqee keessatti na gate; anille akka buku'uutii fi daadha'a te'e.