Job 30:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ipufi heregi ya lafaa na hobaase; guyya ch'ufa gaargalumati nati d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keessi kiyya hin dhiphate; womaa nagaya hin arganne. guyyaan rakkinnaallee na irra gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Keessi kiyya raafamee nageya dhabe; guyyuma guyya'aan rakkadhe.