Job 30:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti nati dukanoofte, adu argu dad'abe; anini gumi dura eje qarqaarsa kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaamni kiyya oo'a adu'uutiin uduu hin taane, gaddaan gurraachate. hulee itti gad bayan jidduu dhaabadhee gargaarsa gaafadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi adu'uun adoo hin te'in gaddaan gurraachowee deema; yaa'ii keessatti dhaabbadhee qarqaarsaaf iyya.