Job 30:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hiyyoomate belae, hidda gogeesa halkani lafa alooti nyaachu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa rakko'oo fi beelaatiin gara lafa gammoojji'ii deema'aa hidda gara garaa nyaata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhabaa fi beela irraa ta kaate goomolee nami keessa hin leene lafa godduu keessa halkaniin daaqane.